Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Inni hennaa Yesuusiin fago'otti arge gara isaa fiigee, jilbiiffatee sagadeefii,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Inni'llee Yesusiin fago'oo yeroo argeenitti gara isaa fiigeeti, jilbba isaatiin jilbbiiffatee ni sagadeef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Inni hennaa Yesuusiin fago'otti arge gara isaa fiigee jilbiiffatee sagadeefii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:6
7 Referans Kwoze  

Rabbi akka tokko ta'e ati hin amanta. Mishaa goote jinniinillee akkasuma hin amana; hin sodaata.


Jinniin ammoo, «Ati Kiristoosii Ilma Rabbiiti» jedha'aa namoota hedduu keessaa iyya'aa bayani. Akka inni Kiristoosiin ta'e waan beekaniif, Innillee isaan teedeffate akka isaan hin dubbanne isaan dhoogge.


Isiin nu faanaa deema'aa, «Namoonni karaa fayyiinsaa isinitti himan kunniin garboota Waaqa ol'aana'aa ti!» jedha'aa iyya'aa turte.


Hennaa maraa halkanii fi guyyaa awwaallan jiddu'uu fi gaarran irra naannaya'aa iyya'aa, nafa ufiillee dhaka'aan duguuga'aa ture.


laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus, Ilma Rabbii Ol'aana'aa! Maal narraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite