Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Hennaa maraa halkanii fi guyyaa awwaallan jiddu'uu fi gaarran irra naannaya'aa iyya'aa, nafa ufiillee dhaka'aan duguuga'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yeroo mara'llee halkanii fi guyyaa uduu addaan hin kutin bakka awwaallaniitii fi gaarota mara irra naanaya'aa ni iyya ture, qaama isaa'llee dhaga'aan kukkutee ni mummuree ni madeessa ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Hennaa maraa halkanii fi guyyaa awwaallan jiddu'uu fi gaarran irra naannaya'aa iyya'aa nafa ufii dhaga'aan duguuga'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:5
5 Referans Kwoze  

Isin ka daabiloosii abbaa keessaniiti. Hawwii abbaa keessanii hojjatuu feetan inni jalqabumaa kaasee lubbuu balleessa. Dhugaan waan isa bira hin jirreef dhuga'aan hin dhaabbanne, soballee yoo dubbatu ufuma irraa dubbata. Sobaa abbaa sobaa waan ta'eef.


Hennaa hedduu sansalaataa fi gaadii sibiilaatiin hidhama'aa ture. Haata'uu ammoo sansalaata ufirraa kukkuta'aa, gaadii sibiilaallee caccabsa'aa ture. Namni danda'ee isa gad qabu tokkolle hin jiru.


Inni hennaa Yesuusiin fago'otti arge gara isaa fiigee, jilbiiffatee sagadeefii,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite