Wongeela Maarqoos 5:43 - WAADAA LAMMATAA43 Yesuus waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere; waan nyaattullee akka isi'ii kennan itti hime. Gade chapit laWaadaa Haarawa43 Yesus garuu waan kana eennu'llee akka hin beekinneef isaan ajajeeti, «Waan nyaatu kenna'aafii» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu43 Yesuus waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere; waan nyaattu akka isi'ii kennan isaanitti hime. Gade chapit la |