Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Mucattiinnillee yoosuu kaatee dhaabattee deddeemte. Isiin nama woggaa kudha lamaati. Waan ta'e san guddisanii maalalfatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Isiin'llee mucattii woggaa kudha lamaa waan tureef, bakkumatti kaatee asii fi achi jechuu jala ni qabdde, kana'llee yeroo ta'etti namoonni haalaan ni maalaliffatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Mucattiin yoosuu kaatee dhaabattee deddeemte. Isiin nama woggaa kudha lamaati. Waan ta'e san guddisanii maalalfatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:42
7 Referans Kwoze  

Worri dhagayan maruu waan kana hagaa olitti maalalfatan, «Wonti inni godhe martuu misha'a; worri gurra duude akka dhagawu, worri afaan duude akka dubbatu hin godha» jedhan.


Innillee gara isaanii Yabalatti ol baye, bubbeenillee gab jedhe. Isaanillee guddisanii maalalan.


Guddisanii waan sodaataniif, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun eennu inni?» woliin jedhan.


Martinuu, «Kun maali'ii? Baalli'iin ayyaanota battii ajaja; isaanillee hin ajajamaniif. Barumsi haarofni kun maali'i?» jedha'aa baaseffatanii wol gaggaafatan.


Harka mucati'iillee qabee, «Xaliitaa quumii!» jedheen. Hiikkaanillee, «Mucattii diqqoo'o! Ol ka'i!» jechu'u.


Yesuus waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere; waan nyaattullee akka isi'ii kennan itti hime.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite