Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Harka mucati'iillee qabee, «Xaliitaa quumii!» jedheen. Hiikkaanillee, «Mucattii diqqoo'o! Ol ka'i!» jechu'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Harka mucatti'ii'llee qabee, «Xaliitaa quumii!» jedheen, hiikkaan isaa'llee, «Mucattii nana ka'i siin jedha» jechu'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Harka mucatti'ii qabee, «Xaliitaa quumii!» jedheen. Hiikkaanillee, «Mucattii diqqoo'o! Ol ka'i!» jechu'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:41
13 Referans Kwoze  

Itti dhiyaatee harka isi'ii qabee ol kaaseen, haxaxxeenillee bakkumatti dhiiseen. Ol kaateellee isaan keessummeessite.


Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira.


Yesuusillee gaddeefiit, «Harka ufii hiixatee qaqqabeeniiti hin fedhaa fayyi» jedheen.


Isaan ammoo itti kolfan. Achiin maayii inni isaan maraa manaa baasee, abba'aa fi haadha mucatti'ii, darasoota isa woliin jiranillee qabatee gara gola reeffi mucatti'ii jiru san seene.


Mucattiinnillee yoosuu kaatee dhaabattee deddeemte. Isiin nama woggaa kudha lamaati. Waan ta'e san guddisanii maalalfatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite