Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Hennaa hedduu sansalaataa fi gaadii sibiilaatiin hidhama'aa ture. Haata'uu ammoo sansalaata ufirraa kukkuta'aa, gaadii sibiilaallee caccabsa'aa ture. Namni danda'ee isa gad qabu tokkolle hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yeroo baayi'ee sibiila miilaatii fi birbiraataan ni hidhama ture, garuu birbiraata kukuta'aatii fi sibiila miilaa'llee cacabsa'aa ni gata ture, kanaaf isa qabee dhaabu'uuf ka danda'u eennu'llee hin turre.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Hennaa hedduu haada sibiilaatii fi gaadii sibiilaatiin hidhama'aa ture. Haa ta'uu ammo haada sibiilaa uf irraa kukkuta'aa, gaadii sibiilaallee caccabsa'aa ture. Namni danda'ee isa gad qabu tokkolle hin jiru.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:4
5 Referans Kwoze  

Namichi kunillee bakka awwaalaa jiraata'aa ture; eennulle sansalaataan isa hidhuu hin dandeenne.


Hennaa maraa halkanii fi guyyaa awwaallan jiddu'uu fi gaarran irra naannaya'aa iyya'aa, nafa ufiillee dhaka'aan duguuga'aa ture.


Yesuus hafuurri hamaan namicha keessaa akka bayu waan ajajeeruuf, inni akkana jedhe. Hennaa hedduu ayyaanni hamaan waan itti ka'uuf, sansalata sibiilaatii fi sibiila lukaatiin hidhama'aa eeggamullee, hidhaa san kukkuta'aa, hunna ayyaana hama'aatiin gara lafa udume'ee oofama'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite