Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Yesuus galaana gama yabalaan haga ceeyeen maayii namoonni heddu wolgayanii gara isaa dhufan. Innillee qarqara galaanaa ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Yesus hobolo'oon gara garba ciisa'aan gamaa deebi'ee yeroo deemetti, namoonni baayi'een gara isaa wol ni gayan, yeroo sanitti inni garba ciisaa bira ni ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Yesuus galaana gama yabalaan haga ceeyeen maayii namoonni hedduu wol gayanii gara isaa dhufan; Inni qarqara galaanaa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:21
5 Referans Kwoze  

Yesuus yabala yaabbatee galaana ceeyee gara qachaa ufii dhufe.


Baniin maruu waan isa eega'aaraniif hennaa Yesuus deebi'e gammachu'uun isa simatan.


Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.


Darasoonni isaa Banii achitti dhiisanii akkuma Yesuus durumaan yabala keessa taa'eeruun isa fuudhanii deeman. Yaballan biraallee isa woliin turan.


Hennaa Yesuus yabala keessaa baye, namichi ayyaanni battiin dhayeeru tokko awwaallan jiddu'uu bayee gara isaa dhufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite