Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Hennaa Yesuus yabala keessaa baye, namichi ayyaanni battiin dhayeeru tokko awwaallan jiddu'uu bayee gara isaa dhufe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Akkuma Yesus hoboloo irraa bu'een namichi hafuura hama'aan qabame tokko bakkumatti bakka awwaalaatii bayee, gara Yesusii ni dhufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Hennaa Yesuus yabala keessaa baye namichi ayyaanni battiin dhayeeru tokko awwaallan jiddu'uu bayee gara isaa dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:2
13 Referans Kwoze  

Hennaa sanillee Mana sagada Yihuudotaa keessatti nama ayyaanni battiin dhayeeru tokkotu ture.


Yesuus, «Ayyaana battii, nama kana keessaa bayi» waan isaan jedheeruuf.


Hennaa itti dhiyaate jinniin kuffisee dhidhiitachiise. Yesuus ammoo ayyaana hamaa teedeffatee, mucaa fayyisee abba'atti deebisee kenne.


Hennaa yabala irraa bu'an namichi jinniin dhaye tokko qachaa sanii bayee isatti dhufe. Namichi sun bara hedduuf uffata uduu hin uffannee fi manatti uduu hin galle, awwaala jidduu jiraata'aa ture.


Dubartiin takka ta mucattiin isi'ii ayyaana batti'iin qabamteertu, gurra Yesuusii dhageettee dhuftee, luka isaa jalatti jidde.


Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.


Yesuus sababa namoonni, «Inni ayyaana hamaa qaba» jedhaniif kana isaaniin jedhe.


Ayyaanni battiin dhidhiitachiisee laagaa gudda'aan iyyee isa keessaa baye.


Inni waan namoonni guddisanii baayi'ataniif dhiibamee akka hin kufne yabala akka isaa qopheessan darasoota ajaje.


Darasoonni isaa Banii achitti dhiisanii akkuma Yesuus durumaan yabala keessa taa'eeruun isa fuudhanii deeman. Yaballan biraallee isa woliin turan.


Namichi kunillee bakka awwaalaa jiraata'aa ture; eennulle sansalaataan isa hidhuu hin dandeenne.


Yesuus galaana gama yabalaan haga ceeyeen maayii namoonni heddu wolgayanii gara isaa dhufan. Innillee qarqara galaanaa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite