Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Yesuusillee, «Maarre» isaaniin jedhe. Ayyaanonni battiin sunniinillee namicha keessaa bayanii gara booyyotaa galan. Gobbuun booyye'ee ka haga kuma lamaa gayan, afaan qilee irraa gara galaanaa gadi gugatanii liqimfaman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Yesus'llee isaaniif ni eeyyame, hafuuronni hamaawwan'llee nama san keessaa bayanii, booyyeewwan keessa ni aseenan, gobbuu keessa ka turan booyyeewwan kuma lamaa gayan'llee, gatantara'aa bu'anii qilee irraa garba ciisaa jala ni taran.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Yesuusillee, «Maarre» isaaniin jedhe. Ayyaannan battiin sunniin namicha keessaa bayanii gara booyyotaa galan. Gobbuun booyye'ee ka haga kuma lamaa gayan, afaan qile'ee irraa gara galaanaa gad gugatanii liqimfaman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:13
12 Referans Kwoze  

Woggaan kumaa yoo raawwatame seexanni hidha'aa hiikkama.


Isaan mootii qaban; innillee Maleekkaa ashuuteeti. Maqaan isaa afaan Ibraayisxiitiin «Abdoon» Afaan Giriikiitinillee «Aphaliyoon» jedhama.


Kiristoos amma gara sami'ii ol bayee mirga Aabba'aa taa'eera. Maleekkonni worri baallii qabaniif hunna qabeeyyiin martinuu baallii isaa jala jiran.


Isin ka daabiloosii abbaa keessaniiti. Hawwii abbaa keessanii hojjatuu feetan inni jalqabumaa kaasee lubbuu balleessa. Dhugaan waan isa bira hin jirreef dhuga'aan hin dhaabbanne, soballee yoo dubbatu ufuma irraa dubbata. Sobaa abbaa sobaa waan ta'eef.


Yesuus, «Dhaqaa'a!» isaaniin jennaan, jara keessaa bayanii booyyotatti galan. Gobbuun booyye'eellee ededa irraa gugatanii gara galaanaa ariifata'aa garba keessatti liqimfamanii du'an.


«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»


«Gara booyyotaa akka gallu nu ergi» jedhanii kadhatan.


Jarri tisse'eellee dheessanii, waan ta'e san qacha'aa fi baadiyyaa keessatti odeessan. Namoonnillee, waan ta'e san laalu'uuf dhufan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite