Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:12 - WAADAA LAMMATAA

12 «Gara booyyotaa akka gallu nu ergi» jedhanii kadhatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Kanaaf, «Yabo'oo deeminnee gara booyyeewwanii titti akka aseennuuf nuuf eeyyami!» jedhanii, ni kadhataniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 «Gara booyyotaa akka gallu nu ergi» jedhanii kadhatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:12
9 Referans Kwoze  

Diinni keessan daabiloos akka Leenca waan nyaatu soqa'aa asii achi naannaya'aa aaduu waan ta'eef, hagatti jiraadhaa'a, dammaqaa'a.


Seexanaan akka hin sobamne, nu yaada isaa waan hin dogoggorreef.


Gurri isaallee biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii, dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan. Yesuusillee isaan fayyise.


«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»


Ededa gaara achi jiruu irra gobbuun booyye'ee heddu bobbayanii waan turaniif,


Yesuusillee, «Maarre» isaaniin jedhe. Ayyaanonni battiin sunniinillee namicha keessaa bayanii gara booyyotaa galan. Gobbuun booyye'ee ka haga kuma lamaa gayan, afaan qilee irraa gara galaanaa gadi gugatanii liqimfaman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite