Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 5:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Ededa gaara achi jiruu irra gobbuun booyye'ee heddu bobbayanii waan turaniif,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Bakka san hunda gaarotaa titti gobbuun baay'een bobayee jira ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Ededa gaara achi jiruu irra gobbuun booyye'ee heddu bobbayanii waan turaniif,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 5:11
9 Referans Kwoze  

Hulee san gobbuun booyye'ee guddaan ededa gaaraa irra dheeda'aa turan. Jinniiwwan sunillee akka inni booyyota sanitti galaa isaaniin jedhu kadhataniin. Innillee maarre itti galaa'a jedhe.


Gobbuun booyye'ee heddu, isaan irraa fagaatanii bobbayanii dheeda'aaran.


«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»


Biyya san keessaa akka isaan hin baafneef inni jabeessee isa kadhate.


«Gara booyyotaa akka gallu nu ergi» jedhanii kadhatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite