Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Ka biraallee qoree eddu'utti bu'ee sanyii hin godhanne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Sanyiin bira'aa ximirroo qore'ee jiddu'utti ni bu'e, qoreen'llee yeroo guddattetti waan hudheeniif, firii malee ni hafe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Ka biraallee qoree eddu'utti bu'ee sanyii hin godhanne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:7
14 Referans Kwoze  

Sanyiin qoree keessatti bu'ellee worra dubbii dhagayanii. Akkuma oolmetii isaanii ka duraatiti yaada'aa, badhaadhummaa jireenna qananiitiinillee waan hudhamaniif, sanyii hin godhatan.


Haata'uu ammoo, «Akka malee nyaataa fi machi'iin yookiin jireenna lafa tanaatiif yaada'aa akka hin dadhabne, guyyaan sunillee dimmaa akka isinitti hin dhufne uf eeggadhaa'a!


«Jireenni namaa guddinna qabeennaatiin waan hin taaneef, uf eegadhaa'a, dhara maraa irraa uf eegaa'a» isaaniin jedhe.


Ka biraa qoree keessatti bu'e qoreen woliin mutee hudhee qabe.


Sanyiin qoree edduu bu'e sun nama dubbii dhagayu, ka ammoo yaanni adunyaa tanaatii fi jaalalli durumma'aa isa sobee dubbii Rabbii waan hin hubanneef ka sanyii hin godhanne ta'a.


Sanyiin gariin qoree keessa bu'e, qoreenillee guddatee hudheen.


Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e, gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.


Hennaa aduun baate ammoo hin qoore, hiddalle waan hin godhanneef goge.


Ka biraa ammoo lafa mishaa irratti bu'ee mutee guddatee, sanyii kenne. Gariin soddoma, gariin jahaatama, gariinillee sanyii dhibba kenne.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite