Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Hennaa aduun baate ammoo hin qoore, hiddalle waan hin godhanneef goge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda gad fagaate waan hin qabnneef'llee ni goge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Hennaa aduun baate ammo hin qoore; hiddalle waan hin godhanneef goge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:6
15 Referans Kwoze  

Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma durreessillee karaa isaa ka jireennaa keessatti hin dadhaba.


Ammaa achi hin dheebotan aduunii fi oo'i maruu sirima isaan hin miidhu.


Kunniin waamsa jaalalaa keessanitti yoo isin woliin waamaman, waamsa jaalalaa san xureessan. Isaan tissema ufii uf sooran. Isaan akka duumessa rooba hin qabnee, ka qilleensaan oofamuu, akka midhaan hennaa daraaree gawutti ija hin godhanne, akka muka gogee hiddaan buqqa'ee,


Hidda gad fageeffadha'aa isa irratti ijaarama'aa, akkuma barattanitti, amanta'aan dhaabadha'aa, worra guddisee galateeffatu ta'aa'a.


Kiristoosillee amanta'aan garaa keessan keessa akka jiraatu, akka durummaa Ayyaana isaatitti isinii haa keennu.


Hennaa aduun itti baate ammoo qoortee; Hidda gad fagaate waan hin qabneef godde.


Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaka'aa irra bu'e; biyyeen gadi fageenna waan hin qabneef yoma san mute.


Ka biraallee qoree eddu'utti bu'ee sanyii hin godhanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite