Wongeela Maarqoos 4:5 - WAADAA LAMMATAA5 Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaka'aa irra bu'e; biyyeen gadi fageenna waan hin qabneef yoma san mute. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Sanyi'iin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre lafa dhaga'aa irra ni bu'e, bakki'llee biyyee baayi'ee waan hin qabnneef, bakkumatti ni baye. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaga'aa irra bu'e; biyyeen gad fageenna waan hin qabneef yoma san mute. Gade chapit la |