Wongeela Maarqoos 4:41 - WAADAA LAMMATAA41 Guddisanii waan sodaataniif, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun eennu inni?» woliin jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa41 Isaan'llee haalaan sodaatanii ufii isaaniitii woliin, «Haa ta'u malee, bubbe'ee fi garbi ciisaan'llee ka isaaf ajajaman, kun eennu?» woliin jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu41 Guddisanii waan sodaataniif, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun eennu inni?» woliin jedhan. Gade chapit la |