Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:3 - WAADAA LAMMATAA

3 «Dhagayaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 «Dhagayaa! Kunoo, qotee bulaan sanyii facaasu'uuf ni baye,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 «Dhagayaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:3
29 Referans Kwoze  

Obboleeyyan jaalatamtoota dhagayaa'a, Rabbi akka amanta'aan dureeyyii ta'aniif, akka isaan jeennata inni worra isa jaalataniif waadaa gale san galaniif hiyyeessota adunyaa tanaa filateeraa mii?


Qamadiinillee mutee hennaa biile sinaanni ammoo hin mudhata.


Waan ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.


Waan Ayyaanni tokkumma Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayuu ka mooyate du'a lammaffa'aatitti hin miidhamu.


«Waan ayyaanni tokkummaa woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra qabu maruu haa dhagayuu! ‹Ka injifatee muka daraaraa isaa nyaatan ka jeennata Rabbii keessa jiru akka nyaatu hin kennaaf.›


Haata'uu ammoo Pheexroos jara kudha tokkoo keessaa tokko woliin dhaabatee laagaa ol qabatee akkana jedhee dubbate. Yihuudonniniif isin worri Yerusaalemiin keessa jiraattan martinuu kun isin biratti ka beekkame haata'uu dubbii kiyyallee dhagayaa'a.


Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.»


Namichi facaasu dubbii Rabbii facaasa.


Achiin maayessa Yesuus, «Ka gurra dhagayu qabu, haa dhagayuu» jedhe.


Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.


Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.


Inni waan hedduu mammaakaan barsiisa'aa ture. Hennaa barsiisullee akkana isaaniin jedhe:


Hennaa faacaasullee tokko tokko daangaa kara'aa irratti bu'ee simbirroonni dhufanii nyaatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite