Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Yesuus ammallee akkana jedhe: «Jeennanni Rabbii nama maasa'atti sanyii facaasu fakkaatti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Mootummaan Waaqaa biyya lafaa irratti nama sanyii facaasu fakkaati.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Yesuus ammallee akkana jedhe: «Jeennanni Rabbii nama maasa'atti sanyii facaasu fakkaatti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:26
24 Referans Kwoze  

Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.


«Eegasuu hiikkaan mammaaka kanaallee kana. Sanyiin dubbii Rabbiiti.


«Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. Hennaa facaasu tokko tokko qaccee kara'aatitti bu'ee irra deemamee Simbirran dhufanii qocatan.


Daraaraan qajeellumma'aa namoota nagaya buusaniin facaafama.


Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, gumaan qamadi'ii lafa buutee lafa keessatti yoo hin duune hojjatti hafti. Yoo duute ammoo, daraaraa hedduu godhatti.


Achiin maayessa Yesuus, «Jeennanni Rabbii maal fakkaatti? Anillee maali'iin wol fakkeessa?» jedhee gaafate.


Yesuus ammallee mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii raacitii dubartiin takka fuutee daakuu ganaa sadihiitiin wolitti mattee ta daakuu san maraa bukeessitu fakkaatti» jedhe.


Yesuus mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii nama gumaa hexoo ka namni tokko fuudhee qonna ufii keessatti facaase fakkaatti;


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhossaa jeennata sami'ii beekuun isinii kennameera. Isaaniif ammoo hin kennamne.


Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.


Hennaa san irraa kaasee Yesuus, «Jeennanni sami'ii waan dhiyaatteertuuf, cubbuu irraa deebi'aa'a!» jedhee lallabuu jalaqabe.


Ka qabuuf eda'amee kennamaaf, ka hin qabneef ammoo ta qabu sunuu irraa fudhatamti.»


Namichi halkan hin rafa, guyyaa hin ka'a; inni attam akka ta'e uduu hin beenne sanyiin mutee guddata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite