Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Ka qabuuf eda'amee kennamaaf, ka hin qabneef ammoo ta qabu sunuu irraa fudhatamti.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Ka qabuuf ni kennama, yoo ka hin qabnnee garuu, ka qabu sunuu irraa ni fudhatama» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Ka qabuuf eda'amee kennama; ka hin qabneef ammo ta qabu sunuu irraa fudhatamti.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:25
7 Referans Kwoze  

Ka qabuuf, itti eda'amee waan kennamuuf heddu ta'aaf, ka hin qabne ammoo ka qabu sunuu irraa fudhatama.


Kanaafuu hennaa dhageettan qulqulleeffadhaa dhagaya'aa nama waa qabu kamiifuu eda'amee kennamaaf. Nama waa hin qabne kamuu wonni inni hin qaba jedhee yaadu diqqoon sunuu irraa fudhatamti.


Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Yesuus ammallee akkana jedhe: «Jeennanni Rabbii nama maasa'atti sanyii facaasu fakkaatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite