Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Wonti dhokate mudhatuun, wonti golgame ifatti bawuun isaa hin hafu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Akkuma kana wonitti dhoffame uduu hin mulidhatin, ka bade'llee uduu hin beekkamin hin hafu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Wonti dhokate mudhatuun, wonti golgame ifatti bawuun isaa hin hafu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:22
10 Referans Kwoze  

Wonti dhokate uduu hin mudhanne, yookiin wonti golgame uduu hin beekkamneef uduu ifatti hin baane ka hafu tokkollee hin jiru.


Kanaafuu ka dukkana keessatti dhokate akkasuma gara ifaa ka baasu ka gorsa onne'eellee ibsu Gooftaan haga dhufuutti hennaan uduu hin geenne waan tokkollee hin murteessinaa'a. Hennaa san isaan maraafuu galanni Rabbiin biraa ta'a.


Gorsa Rabbii maraa isinitti himeera. Womaa isin jalaa hin hanbifanne.


Nu waan arginee fi ka dhageenne himuu dhiisuu hin dandeennu» isaaniin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite