Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Ibsaa fidanii gombisaa yookiin siree jala hin kaayanii ree? Kololee irra kaayanii mii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 «Naminni ibisaa ibisee ginddoo jala yookiin siree jala ni kaayaa ree? Ka kaayu bakka ifin isaa itti mulidhatu baattuu ibisa'aa irraa mitii ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Ibsaa fidanii gombisoo yookaan siree jala hin kaayanii ree? Kololee irra kaayanii mii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:21
7 Referans Kwoze  

Namoonni ifaa ibsanii, akka nama mana keessa jiru maraaf ifutti, waan ifaan irra kaayamu irra kaayan malee, gonbisoo jala hin kaayan.


Ifaa ibsanii gombisaa jala hin kaayan. Hulee nama mana keessa jiru maraaf ifu baattuu ibsa'aa irra kaayan malee.


Namni kamuu ifaa ibsee ka waa itti gombisu yookiin siree jala ka kaayu hin jiru. Worri diidaa ol seenan akka ifa argan kololee rogatti mudhisu gubbaa kaayan.


Haata'uu ammoo kennaan Ayyaanaa ka nama maraa keessatti mudhatu bu'aa nama maraatiif kennama.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite