Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Namichi facaasu dubbii Rabbii facaasa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Ka facaasu dubbii Waaqaa ni facaasa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Namichi facaasu dubbii Rabbii facaasa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:14
13 Referans Kwoze  

Worri faca'an dubbii lallaba'aa deeman.


Namni dubbii jeennataa dhagayee yoo hubatuu baate, akka sanyii karaa keessatti facaafamtee ti. Hamtichi dhufee dubbii garaa isaa keessaa san facaafame keessaa guurata.


«Eegasuu hiikkaan mammaaka kanaallee kana. Sanyiin dubbii Rabbiiti.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, ka sanyii mishaa facaasu Ilma Namaa ti;


«Dhagayaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.


Afoon balbala manaa haga isaanitti dhiphatutti namoonni hedduu wolitti qabamanii dubbii Rabbiillee isaanitti lallabe.


Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.


Achiin maayessa Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Mammaaka kana hin hubannee? Eegasuu attamitti mammaaka biraa beettan ree?


Sanyiin karaa irratti harca'e, mammaaka worra akkuma dubbii Rabbii dhagayaniin Seexanni dubbii dhagayan san isaan keessaa fudhatuuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite