Wongeela Maarqoos 4:11 - WAADAA LAMMATAA11-12 Inni akkana isaaniin jedhe: «Dhossaa jeennata Rabbii beekuun isinii kennameera. Worra diida jiraniif ammoo wonti maruu mammaakaan himama. Sababaanillee, ‹Uduma laalan horoma akka hin argineef; uduma dhageeffatan horoma akka hin hubanneef, gara Rabbiillee deebi'anii, cubbuun isaaniillee akka isaanii hin dhiifamne› » Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Inni'llee akkana isaaniin jedhe, «Waayee dhossaa Mootummaa Waaqaa beeku'uun isiniif kennamee jira, worra ala jiraniif maraaf garuu, wonitti marrinuu fakkeennaan isaanitti ni himama. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Inni akkana isaaniin jedhe: «Dhossaa jeennata Rabbii beekuun isinii kennameera. Worra diida jiraniif ammo wonti maruu mammaakaan himama. Gade chapit la |