Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Hennaa Yesuus hojja jirutti worri hulee sanii darasoonni kudha lamaa waan mammaaka kanaa isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Yesus adda isaa yeroo ta'utti ni horddofaniin namoonni turanii fi barattoonni isaa kudha lamaan, waayee hiikkaa fakkeennota ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Hennaa Yesuus hojja jirutti worri hulee sanii darasoonni kudha lamaa waan mammaaka kanaa isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:10
9 Referans Kwoze  

Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiran ammoo, inni waa maraa isaanii ibsa'aa ture.


Banii keessaa gara manaa hennaa seene darasoonni isaa waan mammaaka sanii isa gaafatan.


Achiin maayii Yesuus gumii dhiisee mana seene. Darasoonni isaallee gara isaa dhiyaatanii, «Mammaaka sinaana qonna qamadii keessaa nuu hiiki» jedhaniin.


Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.


Achiin maayessa Yesuus, «Ka gurra dhagayu qabu, haa dhagayuu» jedhe.


Inni akkana isaaniin jedhe: «Dhossaa jeennata Rabbii beekuun isinii kennameera. Worra diida jiraniif ammoo wonti maruu mammaakaan himama. Sababaanillee, ‹Uduma laalan horoma akka hin argineef; uduma dhageeffatan horoma akka hin hubanneef, gara Rabbiillee deebi'anii, cubbuun isaaniillee akka isaanii hin dhiifamne› »


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite