Wongeela Maarqoos 4:1 - WAADAA LAMMATAA1 Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesus deebi'ee garba ciisaa biratti barsiisuu jala ni qabe. Namoonni haalaan baayi'ee'llee gara isaa dhufanii woligayuu isaaniitiin, inni hoboloo garba ciisaa irra jirttu irra bayee ni taa'e, ummanni marri'llee daangaa garba ciisaa ni turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus ammallee yabala galaana Galiila'aa irra jirtu irra taa'ee barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa bira qarqara galaanaa turan. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan. Gade chapit la |