Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Inni waan namoonni guddisanii baayi'ataniif dhiibamee akka hin kufne yabala akka isaa qopheessan darasoota ajaje.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Baayi'nna ummataa irraa kan ka'een akka isa hin haccuu'cineef, hoboloo qopheessanii akka dhiyeessaniif, barattoota isaa ni ajaje.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Inni waan namoonni guddisanii baay'ataniif dhiibamee akka hin kufne yabala akka isaa qopheessan darasoota ajaje.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:9
9 Referans Kwoze  

Sababa kanaaf Yesuus, akka isaan hunnaan isa qabanii, mootii isa godhachu'uuf itti dhufa'aaran beekeeti hojja ufii gara gaaraa ol baye.


Yesuusillee yoosuu hunniti fayyumsaa isa irraa akka baye beekee, gumii jiddu'utti ufirra garagalee, «Uffata kiyya eentu tuqe?» jedhe.


Yesuus gumii haga geegesseen maayessa, yabala keessa seenee gara biyya Maqidooniya'aa dhufe.


Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.


Darasoonni isaa Banii achitti dhiisanii akkuma Yesuus durumaan yabala keessa taa'eeruun isa fuudhanii deeman. Yaballan biraallee isa woliin turan.


Hennaa Yesuus yabala keessaa baye, namichi ayyaanni battiin dhayeeru tokko awwaallan jiddu'uu bayee gara isaa dhufe.


Achii ka'anii Yabalaan hojja isaanii gara gammoojji'ii deeman.


Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.


Yabala Simoonii keessa seenee, Lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee Banii barsiisa'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite