Wongeela Maarqoos 3:7 - WAADAA LAMMATAA7 Yesuus darasoota woliin gara Galaanaa siiqe. Worri Galiila'aa dhufan namoonni hedduun isa faanaa deeman; Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Yesus barattoota isaa woliin gara garba ciisaa Galiila'aa ni deeme. Galiila'aa fi Yihuda'aa'llee namoonni baayi'een ni horddofaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Yesuus darasoota woliin gara Galaanaa siiqe. Worri Galiila'aa dhufan namoonni hedduu isa faanaa deeman; Gade chapit la |