Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Achiin maayii Fariisonni gad bayanii yomasan attamitti akka isa ajjeesan miiltota Heroodiisii woliin mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Bakkumatti Fariisonni bayanii attami taasisanii Yesusiin akka balleessaniin, namoota Heerodisii woliin ni mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Achiin maayii Fariisonni gad bayanii yoma san attamitti akka isa ajjeesan miiltota Heroodisii woliin mari'atan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:6
10 Referans Kwoze  

Achiin maayessa waan inni dubbatuun isa qabu'uuf jedhanii, worra Fariisotaatii fi worra gara Heroodisii ta'an keessaa jara tokko Yesuusitti ergan.


Darasoota isaallee worra gosa Heroodisii woliin itti ergan. Isaanillee, «Barsiisaa'a, akka ati dhugaa taate dhugamaan karaa Rabbii akka barsiiftu hin beenna. Fuula namaa laala'aa eennuunillee wol hin caalchiftu.


Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


Yesuus isaaniin, «Laalladhaa'a! raacitii Fariisotaatii fi Heroodiisii irraa uf-eeggadhaa'a» jedhee isaan seere.


Eeganaa guyyaa sanii jalqabee isa ajjeesu'uuf mari'atan.


Isaanillee akka malee aaranii Yesuusiin maal haa goonuun? jedha'aa woliin mari'atan.


Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee gumii sodaatan malee attamiin akka isa balleessan barbaada'aa turan.


Ayyaana Woyyu'uun Ilma keetiin abbaa keenna afaan Daawitiitiin, ‹Worri Yihuudi hin taane maaf guuguman? Baniinillee waan duwwaa maaf yaadan?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite