Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhutu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammoo hin cadhisan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Achiin duubatti'llee, «Haa ta'u malee guyyaan Sanbbataatiin ka eeyyamame, waan mishaa raawwachu'u moo yookiin hama'a? Lubbuu fayyisu'uu moo yookiin balleesu'u?» jedhee isaan ni gaafate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhu'utu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammo hin cadhisan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:4
9 Referans Kwoze  

Achiin maayessa Yesuus isaaniin, «Ani waa isin gaafadha: Seerri keenna guyyaa Sambataatiin maal akka goonu nu ajaja? waan mishaa moo waan hama'a? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeesu'u?» isaaniin jedhe.


Isaan ammoo, «Nu keessaa eentu caala?» jedha'aa wol morma'aa waan turaniif hin cadhisan.


Yesuus namicha harki isaa naafate saniin, «Ol ka'ii afoo nama maraatitti dhaabadhu» jedheen.


Innillee gar-jabeenna isaaniititti akka malee gaddee, aari'iin garagalee isaan laalee, namicha naafata'aan, «Harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee harka ufii diriirse; harki isaallee hin fayye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite