Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus namicha harki isaa naafate saniin, «Ol ka'ii afoo nama maraatitti dhaabadhu» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee namicha harka naafaatiin, «Koottuutii jidduu dhaabadhu!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus namicha harki isaa naafate saniin, «Ol ka'ii afoo nama maraatitti dhaabadhu» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:3
12 Referans Kwoze  

Eegasuu ammaa achi bara jireenna keessanii ka lafarraa akka hawwii foonii uduu hin ta'in akka fedhii Rabbiititti jiraadhaa'a. Isinillee akkasuma akka nama mi'a woraanaa hidhateetitti yaada kanaan jabaadhaa'a. Namni rakkate, nafa ufiitiin cubbuu hojjachuu dhiiseera.


Obboleeyyan Goofta'aan jiran, irra caalaan isaanii waan hidhaa kiyyaatiif amanamanii ka duraa caalaa dubbii Rabbii sodaa malee himuu uggan.


Waan mishaa hojjachuu akka hin dadhabne yoo abdii kutuu baanne, hennaa haamaan gaye hin haamanna.


Kanaaf obboleeyyan tiyya! Jaalatamtoota dadhabbiin keessan, Goofta'aan duwwaa akka hin taane, waan beettaniirtaniif, worra midhaaffatan ka hin sochoone worra hujiin Goofta'aa hennaa maraa isinii baay'ate ta'aa'a.


Uduu hin halkanoofne hujii ka na ergee huja. Halkan eennullee hojjachuu hin dandeenne waan dhufuuf.


Inni ammoo yaada isaanii beekee namicha harki isaa naafateen ka'ii edduu isaanii dhaabadhu jedheen. Innillee ka'ee dhaabate.


Namichi harka naafate tokko achi jira. Jarri Yesuusiin himatu'uuf soqan gariin, «Guyyaa Sambata diqqa'aatiin isa fayyisuun seerumaa?» jedhanii isa gaafatan.


Namoonni Yesuusiin himachuu barbaadanii guyyaa Sambata diqqa'aatiin akka inni isa fayyisu gaadanillee achi turan.


Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhutu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammoo hin cadhisan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite