Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Maatiin mana tokko keessatti yoo ufii wol qoqqoode maatiin sun dhaabachuu hin danda'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Akkuma kana maatiin tokko ufii isaatii yoo gargar fooyamee, jabaatee jiraachu'uuf hin danda'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Maatiin mana tokko keessatti yoo ufii wol qoqqoode maatiin sun dhaabachuu hin danda'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:25
7 Referans Kwoze  

Bakka hinaaffa'aa fi uf jaalachuun jiru san boorreessa'aa fi hujiin hamaan waan jiruuf.


Haata'uu ammoo isin uduu wol ciniintanii fi wol nyaattan akka wol hin balleessine uf eegaa'a!


Mootummaan tokko yoo ufii wol qoqqoode mootummaan sun dhaabachuu hin danda'u.


Seexanni ufii wol mormee yoo gargar baye, sun badii isaa ta'a malee, dhaabachuu hin danda'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite