Wongeela Maarqoos 3:22 - WAADAA LAMMATAA22 Barsiisonni Seera Muuse'ee worri Yeruusaaleemii dhufan ammoo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mootii jinnootaatiin jinnii baasa» Yesuusiin jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Barsiisonni seeraa worri Yerusaalemii bu'an, «Inni Bi'el zebuliin qaba! Jinniiwwan'llee ka baasu, itti gaafatamaa jinniiwwanii ka ta'e, Bi'el zebuliii kanaan!» jedha'aa ni odeessan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Barsiisonni Seera Muuse'ee worri Yerusaalemii dhufan ammo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mootii jinnootaatiin jinnii baasa» Yesuusiin jedhan. Gade chapit la |