Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Ayyaanonni battiin hennaa isa argan maraa afoo isaatitti kufanii, «Ati Ilma Rabbiiti» jedha'aa iyyan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Hafuuronni battiiwwan'llee yeroo isa arganitti isa duranatti kufa'aa, «Ati Ilma Waaqaati!» jedha'aa, ni iyyan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Ayyaannan battiin hennaa isa argan maraa afoo isaatitti kufanii, «Ati Ilma Rabbiiti» jedha'aa iyyan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:11
14 Referans Kwoze  

Jinniin ammoo, «Ati Kiristoosii Ilma Rabbiiti» jedha'aa namoota hedduu keessaa iyya'aa bayani. Akka inni Kiristoosiin ta'e waan beekaniif, Innillee isaan teedeffate akka isaan hin dubbanne isaan dhoogge.


Yesuusiinillee hennaa arge afoo isaatitti gadi kufee, laagaa ufii ol fudhatee iyyee, «Ee Yesuus, Ilma Rabbii Ol Aana'aa! maal na irraa qabda? Ani si kadhadhaa, na hin rakkisin!» jedhe.


Rabbi akka tokko ta'e ati hin amanta. Mishaa goote jinniinillee akkasuma hin amana; hin sodaata.


Isaanillee, «Yesuus, Ilma Rabbii, maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.


Achiin maayessa ataabtichii gara isaa dhufee, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana xoroshoo akka ta'u ajaji» jedhe.


Isiin nu faanaa deema'aa, «Namoonni karaa fayyiinsaa isinitti himan kunniin garboota Waaqa ol'aana'aa ti!» jedha'aa iyya'aa turte.


Jinnoonnillee, «Yoo ka nu baaftuu gara gobbuu booyyotaa san nu ergi» jedhanii isa kadhatan.


Barreeffamin Woyyuun, lutti Kee dhaga'aan akka hin gufanne, akka isaan harka ufiitiin si qaban, maleekkota ufii sii erga «Ati Ilma Rabbii yoo taate as irraa gad uf dhiisi» jedheen.


Worri yabala keessa turan, «Dhugamaan ati Ilma Rabbiiti» jedhanii sagadaniif.


Jalqabni Oduu Nagayaa Ilma Rabbii ka Yesuus Kiristoosii kana.


Eennullee yoo beelayee jiraate, hennaa wolgeettan akka murtii isinitti hin taane, mana ufiititti haa nyaatuu, waan hafellee hennaa dhufe isinitti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite