Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Namoota heddu waan fayyiseef, worri rakkoo qaban martinuu harkaan isa qabu'uuf gara isaa wol dhidhiiban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Namoota baayi'ee dhukkuba isaanii irraa, isaan fayyisee waan tureef, worri dhukkubaan makkaraaran marrinuu harka isaaniitiin isa tuqu'uuf barbaadanii, ni haccuucaniin ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Namoota heddu waan fayyiseef worri rakkoo qaban martinuu harkaan isa qabu'uuf gara isaa wol dhidhiiban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:10
18 Referans Kwoze  

Gandootatti, qachootatti yookiin baadiyya'atti hulee Yesuus dhaqe maratti bakka baada'aatitti dhukkubsattoota gara isaa fida'aa turan. Dhukkubsattoonnillee qaccee uffata isaa tuqu'uuf isa kadhatan. Worri isa tuqan maruu hin fayyan.


Qaccema uffata isaa callaa tuqanii fayyu'uuf isa kadhatan. Worri isa tuqe maruu hin fayye.


Yesuusillee manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Oduu Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa deddeeme.


Kanaafuu hennaa Pheexroos worra dhibaman bira lufu akka gaaddidduun isaa isaan fayyisu namoota wosaasa'aa fi ittillee irra raasaa ciibsa'aa turan.


Ajajaan loltoota dhibbaa tokko gara isaa dhufee, hojjataan ani jaaladhu tokko dhukkubsatee du'uu gayeera.


Innillee, «Intala tiyya, amantaan kee si fayyiseera; nagayaan deem; dhibee kee irraallee fayyi» isi'iin jedhe.


Baniinillee akka inni deeme hennaa dhagayan, qachaa keessaa bayanii miilaan isa faanaa deeman. Yesuus yabala keessaa bayee banii heddu argee, isaaniif gaddee dhibamtoota isaaniillee fayyise.


Yesuusillee yaada isaanii beekee, achii siiqe. Namoonni hedduu isa faanaa deemanii isaan maraa hin fayyise.


Yesuusii fi darasoonni isaa gara Beetasaayidaa dhufan. Jarri tokko namicha ballaa tokko gara isaa fidanii akka inni harkaan qaqqabu kadhatan.


Yabala Simoonii keessa seenee, Lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee Banii barsiisa'aa ture.


Hunni isa keessaa baye maraa fayyisa'aa waan tureef, baniin sun maruu isa tuqu'uuf fedha'aa turan.


Hennama sanitti dhukkubaa fi rakkinna dhukkubaatiin ayyaana hamaa irraallee heddu isaanii fayyise; ballaa hedduullee ija bane.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite