Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus hennaa biraa gara mana sagada Yihuudotaa seene; namichi harki isaa naafate tokko achi ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Yesus'llee deebi'ee gara bakka woligayii isaanii ni aseene, achi'llee nama harki isaa naafaa tokkotu jira ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus hennaa biraa gara mana sagada Yihuudotaa seene; achi namicha harki isaa naafate tokkotu ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:1
7 Referans Kwoze  

Gara qachaa Qifirnaahomii dhaqanii, guyyaan Sambataa hennaa gaye, Yesuus gara mana sagada Yihuudotaa seenee barsiise.


Kanniin keessatti baniin hedduu worri dhibame, balloonni, worri naafate, worri nafti isaanii laamshaye, socho'uu bisaanii eega'aa achi ciisan.


Mana sagada Yihuudotaatitti lallaba'aa, jinniillee baasa'aa biyya Galiila'aa keessa deeddeme.


Maarre, Ani Ilmi Namaa Sambataafillee Goofta'a» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite