Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Namicha Laamshayaa saniin, ‹Cubbuun kee sii dhiifameera› jecho'o moo yookiin, ‹Ka'ii siree tantee baadhadhuu deemi› jechu'utu irra salphata?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Namicha naafttichaan, ‹cubbuun kee siif dhiifamee jira› jechu'uu fi ‹ka'ii siree kee baadhuutii deemii!› jechuu, kamittu irra salpha'a?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Namicha Laamshayaa saniin, ‹Cubbuun kee sii dhiifameera› jecho'o moo yookaan, ‹Ka'ii siree tee baadhadhuu deemi› jechu'utu irra salphata?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:9
7 Referans Kwoze  

‹Cubbuun kee sii dhiifameera› jechu'u moo yookiin, ‹Ol ka'ii deemi› jechuu irra kamtu salpha'a?


Gurri isaallee biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii, dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan. Yesuusillee isaan fayyise.


Jarri tokko achitti namicha nafti isaa laamshayee itillee irra ciiseeru tokko gara isaa fidan. Yesuus hennaa amantaa isaanii arge, namicha laamshayaa saniin, «Ilma kiyya, jabaadhu! Cubbuun kee sii dhiifameeraa» jedheen.


Yesuus, yoma san garaa isaanii keessatti akkana akka yaadan cora'aan beekee, akkana isaaniin jedhe, «Garaa keessan keessatti maaf akkana yaaddan?


Haata'uu ammoo, Ani Ilmi Namaa ardii irratti dhiifamsa cubbuu godhu'uuf baallii akka qabu akka beettan» jedhee, namicha laamshaya'aanillee,


Isi'iinillee «Cubbuun kee sii dhiifameera» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite