Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus, yoma san garaa isaanii keessatti akkana akka yaadan cora'aan beekee, akkana isaaniin jedhe, «Garaa keessan keessatti maaf akkana yaaddan?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Bakkumatti Yesus yaada onnee isaanii kana, hafuura isaatiin beekee akkana isaaniin ni jedhe, «Waayee maali'iitiif onnee keessantti kana yaaddan?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus yoma san garaa isaanii keessatti akka akkana yaadan cora'aan beekee akkana isaaniin jedhe, «Maaf garaa keessan keessatti akkana yaaddan?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:8
23 Referans Kwoze  

Eegaasuu badooma kee kanaaf agii gali maal laataa yaada garaa keetii yoo ka sii dhiisu ta'e Rabbiin kadhadhu.


Pheexroosillee, «Hannaaniyaa kiyya! Ayyaana Woyyuu sobdee waan lafa itti gurgurte keessaa akka hambifatu seexanni maaf garaa kee keessa guute?


Haata'uu ammo, isin keessaa worri hin amanne hin jiran» Yesuusillee worri hin amanne eennu fa'aa akka ta'an ka dabarsee isa kennullee eennuun akka ta'e durumaa waan beekuuf.


Inni ammoo, «Maaf naatan? Maaf mamiin garaa keessan keessatti uumame?


Inni ammoo yaada isaanii beekee namicha harki isaa naafateen ka'ii edduu isaanii dhaabadhu jedheen. Innillee ka'ee dhaabate.


Yesuusillee yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan akkanaa kana garaa keessan keessatti yaaddanii?


Yesuus yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan hamtuu akkasii garaa keessan keessatti yaaddan?


Isa nu tooyatu afo'otti wonti maruu qulla'aa fi addaata'a, isa afo'otti uumamni dhokate hin jiru.


Sadaffa'aaf, «Ilma Yoona'aa Simoon, na jaalattaa?» jedheen. Sadaffaa na jaalattaa? jennaniin Pheexroos gaddee, «Gooftaa kiyya! Ati waa maraa beetta; akka si jaaladhullee atuu hin beetta» jedheen. Yesuusillee, «Hoolota tiyya bobbaasi»


Wonti garaa namaa keessaa bawu: Yaada hamaa, seebaruu, hanna, ajjeesuu,


Ijoollee isi'iillee hin ajjeesa. Woldoonni Kiristaanaa maruu akka ani gara'aa fi qalbii qoruu hin beekan. Anillee isin maraafuu akkuma hujii keessaniititti isinii kenna.


Yesuusillee yaada isaanii beekee, achii siiqe. Namoonni hedduu isa faanaa deemanii isaan maraa hin fayyise.


Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.


«Namichi kun attamitti akkana dubbata? Kun Rabbiin arrabsu'u! Rabbii tokkocha malee, cubbuu namaa dhiisuu eentu danda'a?» jedhanii yaadan.


Namicha Laamshayaa saniin, ‹Cubbuun kee sii dhiifameera› jecho'o moo yookiin, ‹Ka'ii siree tantee baadhadhuu deemi› jechu'utu irra salphata?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite