Wongeela Maarqoos 2:7 - WAADAA LAMMATAA7 «Namichi kun attamitti akkana dubbata? Kun Rabbiin arrabsu'u! Rabbii tokkocha malee, cubbuu namaa dhiisuu eentu danda'a?» jedhanii yaadan. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 «Naminni kun maali'iif arraba akkanaa Waaqa irratti dubbata? Waaqa tokko malee ka cubbuu namaa dhiisu'uuf dandda'u eennu?» Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 «Namichi kun attamitti akkana dubbata? Kun Rabbiin arrabsu'u! Rabbii tokkocha malee eentu cubbuu namaa dhiisuu danda'a?» jedhanii yaadan. Gade chapit la |