Wongeela Maarqoos 2:25 - WAADAA LAMMATAA25-26 Yesuus deebisee, «Hennaa Daawitii fi worri isa woliin jiran beelayanii rakkatan, waan Daawiti godhe horoma argitanii hin dubbifnee? Hennaa Abiyaataar bulchaa gadootaa ta'ee ture, Daawiti gara mana Rabbii seenee, xoroshoo Rabbiif woyyoomte ka seerri gadoota calla'aaf kennu ufii nyaatee, worra isa woliin jiraniillee kenne» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Daawiit horddofittoota isaa woliin yeroo beelayee fi rakkatetti, maal akka raawwate isin hin dubbifinne moo? Gade chapit laKitaaba Woyyuu25-26 Yesuus deebisee, «Hennaa Daawitii fi worri isa woliin jiran beelayanii rakkatan waan Daawiti godhe horoma argitanii hin dubbifnee? Hennaa Abiyaataar bulchaa gadootaa ta'ee ture, Daawiti gara mana Rabbii seenee xoroshoo Rabbiif woyyoomte ka seerri gadoota calla'aaf kennu ufii nyaatee worra isa woliin jiraniillee kenne» jedhe. Gade chapit la |