Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Guyyaa Sambata Diqqa'aa tokko Yesuus maasaa keessa uduu lufa'aaru, darasoonni isaa isa woliin deema'aa asheeta kukkutatuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Guyyaa sanbbataatiin Yesus oorruu qamadi'ii jiddu'uun ni dabrra ture. Ergamittoonni isaa'llee yoo deemanitti asheeta qamadi'ii, muruu jala ni qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Guyyaa Sambataa tokko Yesuus maasaa keessa uduu lufa'aaru, darasoonni isaa isa woliin deema'aa asheeta kukkutatuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:23
4 Referans Kwoze  

Qalqala moofa'atti daadhii woyini'ii haarawa ka naqu hin jiru; yoo naqe ammoo daadhiin woyini'ii qalqala san hin dhoosa; daadhiinillee jigee bada; qalqallillee hin dhooya. Daadhiin woyini'ii haarofni ammoo qalqala haarawatti naqama» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite