Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Namni uffata moofaa irratti uffata haarawa kutee dhaabee hodhu hin jiru; yoo itti dhaabee hodhe ammo uffanni haarofni sun uffata moofaa hin kukkuta; tarsa'iinsi isaallee ka qaraa caala.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 «Uffata moofe irratti subbee haarawa ka erbbu hin jiru, kun yoo raawwatame garuu subbeen haarofitti uffata moofaa wolitti guuru'uun ni tarsaasaan, tarsaan'llee ka duranii irra ka caalu ni ta'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Namni uffata moofaa irratti uffata haarawa kutee dhaabee hodhu hin jiru; yoo itti dhaabee hodhe ammo uffanni haarofni sun uffata moofaa hin kukkuta; tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:21
7 Referans Kwoze  

«Eennullee ka uffata haarawa uffata moofa'atti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabamee hodhame uffanni haarofni uffata moofaa hin tarsaasa, tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.


Qormaata nama maraa irratti ta'uun ala qormaanni woyiituu isin irra hin geenne; haata'uu ammoo haga dandeettan caalaa akka qoramtan Rabbiin hin eeyyamne amanama'aa. Obsuu akka dandeettan qorumsa woliin karaa baataniinillee isinii qopheessa.


Haata'uu ammoo, hennaan idaayyichi isaan biraa fudhatamu hin dhufa, isaan hennaa san sooman.


Qalqala moofa'atti daadhii woyini'ii haarawa ka naqu hin jiru; yoo naqe ammoo daadhiin woyini'ii qalqala san hin dhoosa; daadhiinillee jigee bada; qalqallillee hin dhooya. Daadhiin woyini'ii haarofni ammoo qalqala haarawatti naqama» jedhe.


Innillee akkana jedhee mammaakaan isaanitti hime. «Namni xaaqaa haarawa uffata moofaa irratti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabee hodhe ammoo haarawa tarsaasa; xaaqaan haarofni ammoo moofa'aaf hin tolu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite