Wongeela Maarqoos 2:16 - WAADAA LAMMATAA16 Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni hennaa inni worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaatu arganii, barattoota isaatiin, «Inni maaf worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaata'aa dhuga?» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Gara worra Fariisotaatii ka ta'an barsiisonni seeraa, Yesus worra qaraacotaatii fi cubbamootaa woliin yoo nyaatu arganii, «Worra qaraacotaatii fi cubbamootaa woliin ka nyaatuu fi ka dhugu, waayee maali'iitiif?» jechu'uun, barattoota isaa ni gaafatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni hennaa inni worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaatu arganii barattoota isaatiin, «Inni maaf worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaata'aa dhuga?» jedhan. Gade chapit la |