Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Namoonni Yesuusiin faana deeman heddu waan turaniif, hennaa inni mana Leewwi'iititti hurbaata nyaata'aaru worri qaraxa guuranii fi cubbamoonni hedduu isaa fi darasoota isaa woliin nyaata'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Kanaan duubatti Yesus mana Leewi'ii nyaataaf taa'ee jira ture, namoonni baayi'een'llee horddofaniinii jiran waan turaniif, isaan keessaa'llee qaraachonni baayi'ee fi cubbamoonni'llee, Yesusii fi barattoota isaa woliin nyaataaf dhiyaatanii jiran ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Namoonni Yesuusiin faana deeman heddu waan turaniif, hennaa inni mana Leewwi'iititti hurbaata nyaata'aaru worri qaraxa guuranii fi cubbamtoonni hedduu isaa fi darasoota isaa woliin nyaata'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:15
8 Referans Kwoze  

Gaaf tokko qaraxxoonninii fi cubbamoonni maruu Yesuusiin dhagayu'uuf gara isaa dhufan.


Isaan woliin bu'ee bakka raasaa wotaraa dhaabate. Worra gosa darasoota isaa keessaallee banii heddutu ture. Akkasuma isa dhagayu'uuf dhibee isaanii irraa fayyu'uuf jedhanii biyya Yihuudaa maraa, Yeruusaaleemii, Xiroosii, Siidoonaa daangaa galaanaatii worri dhufe namoota heddutu ture.


Worra isin jaalatu callaa yoo ka jaalattan ta'e, gatii maal qabdan? Worri Rabbitti hin bulle akkanuma godhaniimii ree?


Inni uduu karaa san lufa'aaru, Leewwiin ilmi Alfiyoosii hulee qaraxa itti qaraxu ka taa'eeru argee, «Na faana koottu» jedheen. Innillee ka'ee isa faanaa deeme.


Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni hennaa inni worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaatu arganii, barattoota isaatiin, «Inni maaf worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaata'aa dhuga?» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite