Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Akkasuma ammallee Yesuus gara qarqara galaanaa gadi bu'e; hennaa san namoonni hedduun gara isaa dhufan, innillee isaan barsiise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Yesus'llee deebi'ee gara garba ciisaa Galiila'aa bira ni deeme, ummanni marri'llee wolgayanii gara isaa dhufaniiti, isaan ni barsiise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Akkasuma ammallee Yesuus gara qarqara galaanaa gad bu'e; hennaa san namoonni hedduu gara isaa dhufan; Inni isaan barsiise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:13
11 Referans Kwoze  

Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.


Gumiin maruu isa irraa dhagayu'uuf obboro'oon gara Mana Woyyu'uu dhaqa'aa turan.


Ta'ullee, Namoonni maruu yaada tokkoon waan inni dubbatu waan caqasa'aa turaniif, isaan karaa isa ajjeesaniin hin arganne.


Afoon balbala manaa haga isaanitti dhiphatutti namoonni hedduu wolitti qabamanii dubbii Rabbiillee isaanitti lallabe.


Inni ammoo akkuma arge dubbata'aa, oduu biyya maraan gaye. Kanaaf Yesuus achiin maayessa hulee udumee namni hin jirre ture malee, gara qacha'aa seenuu hin dandeenne. Namoonni bakka adda addaatii gara isaa dhufa'aa turan.


Guyyaa san Yesuus manaa bayee galaana Galiila'aa bira taa'e.


Yesuus achii ka'ee uduu karaa san irra lufa'aaru, namicha Maatewoos jedhamu, ka bakka qaraxaa taa'ee qaraxu tokko argee, «Na faana koottu» jedheen. Innillee ol ka'ee isa faanaa deeme.


Yesuus bakka sanii ka'ee gara biyya Yihuudaatii fi laga Yordaanosi gama dhaqe. Ammallee gumiin guddaan gara isaa dachaanaan, inni akkuma amala ufii isaan barsiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite