Wongeela Maarqoos 2:12 - WAADAA LAMMATAA12 Uduma isaan argan namichi ka'ee siree ufii baadhatee bayee deeme. Kanaafuu namoonni martinuu maalalanii, «Waan akkanaa kana horoma arginee hin beennu» jedhanii Rabbiin jajan. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Naafttichi'llee bakkumatti ka'eeti siree isaa baadhatee, namoota mara duranatti ni baye. Kanaaf namoonni marrinuu maalalffatanii, waan akkana jiru kana, gonkumaa arginee hin beekinnu, jedha'aa Waaqa ni galateeffatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Uduma isaan argan namichi ka'ee siree ufii baadhatee bayee deeme. Kanaafuu namoonni maruu maalalanii, «Waan akkanaa kana horoma arginee hin beennu» jedhanii Rabbiin galatoonfatan. Gade chapit la |