Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Haata'uu ammoo, Ani Ilmi Namaa ardii irratti dhiifamsa cubbuu godhu'uuf baallii akka qabu akka beettan» jedhee, namicha laamshaya'aanillee,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Garuu Ilmi Namaa arddii irratti cubbuu dhiifama taasisu'uuf, aangoo ka qabu ta'uu isaa akka beekittaniif» jedhee, naafttichaan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Ani Ilmi Namaa akka ardii irratti dhiifamsa cubbu'uu godhu'uuf baallii qabu akka beettan» jedhee namicha laamshaya'aan,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:10
8 Referans Kwoze  

Yesuus gara qachaa Filiphoos Qisaariyaa hennaa gaye, darasoota ufiitiin, «Namoonni Ilma Namaatiin eennu jedhan?» jedhee gaafate.


Rabbi wonti kana godheef Israa'eliif dhiifamsa cubbu'uu isaanii kennu'uuf dabarsee akka kennamu isa qorsaa fi mataa godhee mirga ufiititti kabajjeen.


Namicha Laamshayaa saniin, ‹Cubbuun kee sii dhiifameera› jecho'o moo yookiin, ‹Ka'ii siree tantee baadhadhuu deemi› jechu'utu irra salphata?


«Ani siin jedha, siree kee baadhadhuutii gara mana keetii deemi» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite