Wongeela Maarqoos 2:1 - WAADAA LAMMATAA1 Guyyaa haggo'oon maayii Yesuus gara Qifirnaahoomii dhufee akka mana jiru dhagayame. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Guyyaa muraasaan duubatti Yesus gara Qifirnaahoomii deebi'ee ni dhufe, achitti'llee mana keessa jiraachuun isaa ni dhagayame. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Guyyaa hago'oon maayii Yesuus gara Qifirnaahoomii dhufee akka mana jiru dhagayame. Gade chapit la |