Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 16:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Isaan naasu'uun bararraaqanii, achi keessaa bayanii awwaala biraa baqatan; sodaatanii waan turaniif eennuttillee womaa hin dubbanne. Isaan waan inni isaan ajaje maraa Pheexroosii fi worra isa woliin jiranitti gabaabsanii himan. Kanaan maayessa Yesuus Innumti Oduu Nagayaa ka fayyinna bara baraatiif ta'e Woyyuun hin jijjiiramne, baya biiftu'uutii haga dhiyaa isaan harka kaayee erge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Dubarttoonni'llee soda'aan hollata'aa bakka awwaalaatii bayanii ni dheessan, haalaan sodaatanii waan turaniif, woma tokkoo eennutti'llee hin dubbanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Isaan naasu'uun bararraaqanii achi keessaa bayanii awwaala biraa baqatan; sodaatanii waan turaniif eennuttillee womaa hin dubbanne. Isaan waan inni isaan ajaje maraa Pheexroosii fi worra isa woliin jiranitti gabaabsanii himan. Kanaan maayessa Yesuus innumti Dubbii Nagayaa ka fayyinna bara baraatiif ta'e Woyyuun hin jijjiiramne, baya biiftu'uutii haga dhiyaa isaan harka kaayee erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 16:8
10 Referans Kwoze  

Isaan ammoo waan ekeraa argan seeyanii nayanii sodaatan.


Soda'aa fi gammachuu gudda'aan ariifatanii awwaala biraa deemanii, darasoota isaatitti himu'uuf fiigan.


Korojoo, qaraciitii, kopheellee hin qabatinaa'a; eennuunillee kara'atti nagaya hin gaafatinaa'a.


Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffate.


Haata'uu ammoo deema'aatii, darasoota isaatii fi Pheexroositti, ‹Inni isin firrisee Galiilaa dhaqa; akkuma isinitti hime achitti isa hin argitan› jedha'aatii himaa'a!» isaaniin jedhe.


Yesuus jalqaba torbaanii, [guyyaa Sambata gudda'aa] ganama barii hennaa du'aa ka'e, dura Maariyaamii qachaa Magidala'aa, ta inni ayyaanota hamoota torba keessaa baaseetti mudhate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite