Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 16:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Haata'uu ammoo deema'aatii, darasoota isaatii fi Pheexroositti, ‹Inni isin firrisee Galiilaa dhaqa; akkuma isinitti hime achitti isa hin argitan› jedha'aatii himaa'a!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Amma'llee deemaa, barattoota isaatii fi Phexirostti, ‹akkuma asiin duraan Yesus isinitti himetti, inni gara Galiila'aa isin durssee ni deema, achitti'llee ni argitaniin› jedha'aatii, isaanitti himaa.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Haa ta'uu ammo deema'aatii darasoota isaatii fi Pheexroositti, ‹Inni isin firrisee Galiilaa dhaqa; akkuma isinitti hime achitti isa hin argitan› jedha'aatii himaa'a!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 16:7
12 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo hennaa du'aa ka'een maayessa, isin firrisee gara Galiila'aa dhaqa» isaaniin jedhe.


Hennaa du'aa ka'een maayessa ammoo gara Galiila'aa isin firrisa isaaniin jedhe.


Hennaa san Yesuus, «Hin sodaatinaa'a; gara Galiila'aa akka dhaqan obboleeyyan tiyyatti dhaqa'aa himaa'a; isaan achitti na arganii» isaaniin jedhe.


Daddafa'aa deema'aatii inni worra du'an keessaa ka'eera gara Galiila'aa isin firrisa, achitti hin argitan jedha'aatii darasoota isaatitti himaa'a. Kunoo ani isinitti himeera» jedhe.


Asiin maayii Yesuus galaana Xibiriyaadoosii biratti darasootatti deebi'ee isaanitti mudhate.


Keefa'atti mudhate; achiin maayii kudha lamaanittu mudhate.


Banii biratti worra ragaa ta'aniif isa woliin Galiila'aa gara Yerusaalemii worra bayanitti guyyaa hedduu isaanitti mudhate.


Achiin maayessa darasoonni maruu isa dhiisanii dheessan.


Namni akkana jiru gadda gudda'aan akka hin liqimfamne isa irraa deebitanii dhiifamsa isaa godha'aatii jajjabeessaa'a.


Isaan naasu'uun bararraaqanii, achi keessaa bayanii awwaala biraa baqatan; sodaatanii waan turaniif eennuttillee womaa hin dubbanne. Isaan waan inni isaan ajaje maraa Pheexroosii fi worra isa woliin jiranitti gabaabsanii himan. Kanaan maayessa Yesuus Innumti Oduu Nagayaa ka fayyinna bara baraatiif ta'e Woyyuun hin jijjiiramne, baya biiftu'uutii haga dhiyaa isaan harka kaayee erge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite