Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 16:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Inni ammoo, «Hin nayinaa'a; Yesuusii Naazireetii ka fannifame soqa'aartanii? Inni ka'eera arma hin jiru; kunoo huleen isa kaayan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Inni garuu akkana isaaniin ni jedhe, «Jabaadhaa hin nayinaa, isin ka barbaadan fannifamee ka ture Yesusii Nazireetii akka ta'e ni beeka, inni ka'ee jira, asi hin jiru, bakki itti awwaalame'llee kunoot laalaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Inni ammo, «Hin nayinaa'a; Yesuusii Naazireetii ka fannifame soqa'aartanii? Inni ka'eera; arma hin jiru; kunoo huleen isa kaayan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 16:6
23 Referans Kwoze  

Akkana isaaniin jedhe, «Kiristoos hin rakkata; guyyaa saddaffa'aa du'aa hin ka'a.


Ka isin fanniftaniin ka Rabbillee worra du'an keessaa kaase, maqaa Yesuus Kiristoosii Naazireetitiin namichi kun fayyaa ta'ee afoo keessan akka dhaabate isiniif banii Isiraa'elii maraa afo'otti ka beekkame haa ta'u.


Innillee, «Yesuusii Naazireetii si woliin maal qabna? Nu balleessu'uuf dhuftee? Eennuun akka taate si beeka, ati Woyyicha Rabbiiti» jedhee iyye.


Akkuma Yoonaasiin raattichi halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa qurxummii guddichaa keessa ture; maarre Ilmi Namaa halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa lafaa keessa tura.


Isaan itti baldan, itti tufan, hin tumama, hin ajjeesan; haata'uu ammoo guyyaa saddaffa'aa hin ka'a» isaaniin jedhe.


Martinuu, «Kun maali'ii? Baalli'iin ayyaanota battii ajaja; isaanillee hin ajajamaniif. Barumsi haarofni kun maali'i?» jedha'aa baaseffatanii wol gaggaafatan.


Gumiin sun hennaa Yesuusiin argan maalalfatanii, gara isaa fiiganii naga gaafatan.


Inni Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannisiin uf biratti fuudhee, shoru'uu fi gadduullee jalqabe.


Rabbi ammoo hunna du'aa balleessee isa kaase; duuti isa qabuu waan hin dandeenneef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite