Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 16:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Gara awwaalaa hennaa seenan ka'ima uffata adii uffatee, cinaa mirgaa tiin taa'eeru arganii nayan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Gara awwaalaa'llee yeroo aseenanitti dargaggeessi uffata adii uffate, gara mirgaatiin taa'ee arguu isaaniitiin, ni nayan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Hennaa gara awwaalaa seenan ka'ima uffata adii uffatee, cinaa mirgaatiin taa'eeru arganii nayan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 16:5
14 Referans Kwoze  

Ka hennaa san firrisee gara hulee awwaalaa dhufee ture darasichi biraallee seenee, argee amane.


Bifti Maleekka'aa akka bakakka'aa, uffanni isaallee akka barada'aa adi'i.


Zakaariyaasillee hennaa isa arge rifatee sodaate.


Gumiin sun hennaa Yesuusiin argan maalalfatanii, gara isaa fiiganii naga gaafatan.


Martinuu, «Kun maali'ii? Baalli'iin ayyaanota battii ajaja; isaanillee hin ajajamaniif. Barumsi haarofni kun maali'i?» jedha'aa baaseffatanii wol gaggaafatan.


Inni Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannisiin uf biratti fuudhee, shoru'uu fi gadduullee jalqabe.


Waan dhagaan guddisee guddaa tureef, itti siiqanii hennaa laalan dhagaan balbala awwaalaatii ka garagalfameeru argan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite